LibreOfficeDev 25.8 Help
Kasaawwan Hiika-Fayyadamaa hamma barbaadde uumuu dandeessa.
Jecha Kasaa Hiika-Fayyadamaatti dabaluu barbaadde fili.
Saagi - Kasaawwan fi Gabateewwan - Galchii Tarrobarroo fili.
Qabdoo sanduuqa tti aanee jiru cuqaasi.
Maqaa kasaa sanduuqa keessatti kaabuun cuqaasi.
Jecha(oota) filataman gara kasaa haaraatti dabaluuf cuqaasi.
cuqaasi.
Galmee keessa bakka kasaa itti saaguu barbaaddu cuqaasi.
Choose Insert - Table of Contents and Index - Table of Contents, Index or Bibliography.
On the tab, select the name of the user-defined index that you created in the box.
Dirqalaalee barbaadde kamiyyuu fili.
TOLEE cuqaasi.